Psalms 105:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Awaanisi sunini mukhaafi mid'aani lafa suni keesa jira ch'ufa nyaate fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biqiltuu isaanii maraa hin nyaate; daraaraa lafa isaanii mucuq godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan bisilee lafa isaanii keessaa mara, midhaan lafa isaaniille nyaatane.