Psalms 105:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ilma angafa ka gosa Misiri ch'ufa fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma hangafa biyya isaanii jiru maraa; hangaffan hunna oo'a'aan uumatan maraa hin dhaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa biyya Gibxi'ii keessaa angafa te'ee ka dhalate mara, ilma isaanii angaficha mara ijjeese.