Psalms 105:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi dumansa gumi isaa ira kaye halkanile ibida ifsa worraa tahu kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duumessa akka golgaatitti isaanii badhise; halkan ibidda isaanii ibse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akka golla'aa duumensa diriirsee, halkan ifa akka isaanii kennu ibidda isaaniif qopheesse.