Psalms 105:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa d'aqa, qarqaarsa kad'ad'a, hojja ch'ufa isa yaamad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii fi jabeenna isaa soqaa'a; hennaa maraa fuula isaa barbaadaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraatii fi jabeenna isaa barbaada'a; yennaa mara fuula isaa barbaada'a.