Psalms 105:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kad'annaani inni simpirre kenneefi, sagale gubbatiini worra quubse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isa kadhatan goota naasisa isaanii fide; buddeena sami'ii isaan quubse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gaafannaan inni barbadi-kille isaaniif fide; ol-gubbaa irraa sagalee isaanii kennee isaan quusse.