Psalms 105:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni lafa gamooji keesa siida bane, bisaani aka galaana yaa keesaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaa baqasse; bisaan hin burqe; akka lagaa lafa gammoojji'ii keessa yaa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni rassaa dhoosee, bisaan keessaa lola'ee, akka lagaa goomolee keessa yaa'e.