Psalms 105:45 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka gumiini isaa aadaafi seera isaa jabeesite guutu. AABBO Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee akka ajaja isaa eeganiif; akka seera isaa raawwataniif. halee luyaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tunille akka isaan seerata isaatii fi seera isaa eegatanuuf teete. Mootii Waan Maraa leellisa'a.