Psalms 105:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBOONI Waaqa keenna, jechi isa ka gosa lafa ch'ufaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Rabbi Waaqa keenna; murtiin isaallee ardii maraa irratti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Mootii Waan Maraa Waaqa keenna; inni biyya lafaa duudi'itti mura.