Psalms 106:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa faarsa! Maro dansuma isaatiifi isaa galata deebisa; jaalalti isaaleeni ta jiru jireennaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halee luyaa! arjaa waan ta'eef Rabbiin galatoonfadhaa'a; jaalalli isaallee baraa haga bara baraa waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa leellisa'a! Inni dansaa waan te'eef, haga bara baraa kolbaa waan jaalatuuf, Mootii Waan Maraa galateessa'a!