Psalms 106:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni harka worra worra jibbu keesaa baase, nyaapa isaanile duraa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isaan jibban jalaa isaan oolche; harka diina isaanii jalaa isaan hambise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni harka nyaapha isaanii keessaa isaan baasee, harka diinota isaanii keessaa isaan wode.