Psalms 106:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani gumiini isaa dubbi isaa d'ugeefate isaa faarsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa dubbii isaa ka abdi'ii amanan; faaru'uun isa galatoonfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan jecha isaa dhugeeffatte; faaruu leellisaa isaaf faarsane.