Psalms 106:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tanaafi inni waan worri kad'ate kenneefi, ammo d'ukuba hamale worrati buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan isaan kadhatan hin kenneef; ammo dhibee isaan huqqisu isaanitti gad dhiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan isaan gaafatane isaaniif kenne; ammoo dhukkuba isaan golgoleessu itti fide.