Psalms 106:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa gamooji suni keesati worri Musafi Haruni, hojattu AABBO Waaqa qulqullo, d'ibifate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qe'etti Muuse'etti; Aaroonii Rabbii woyyoomettillee hin hinaafan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan addee quttumaa san keessatti Muuse'ee fi woyyicha Mootii Waan Maraa Aaron hinaafane.