Psalms 106:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Waaqa, ka lafa Misiri keesati waan jabdu tolche worra baase, ded'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Misiritti maalalee hojjate; Waaqa isaan oolche irraanfatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Waaqaa isaan baase, ka biyya Gibxi'ii keessatti waan gugurdoo huje,