Psalms 106:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni achiti waan mama ka akami tolche! Wonti inni galaana Diimati tolche waan akami mama!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo biyya Kaamiititti maalalee hojjate; galaana diima'atti waan nama maalalchiisu godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
hujii bilbaasaa ta inni biyya Kaamii keessatti huje, waan maade'ee ta inni abbaayaa diintuu biratti huje dedhane.