Psalms 106:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Waaqi gumi tiyya imballeesa jed'e, hojattuuni isa Musani, ka inni fohate, olkae Waaqa dura eje, dallansu Waaqaa ta sila worra suni balleesitu, ira d'owe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akka balaa ufiitiin isaan hin balleessine; balaa irraa akka deebi'u; Muuseen inni filate isaan jidduu seenee dhaabachuu uduu baatee; akka isaan balleessu dubbatee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Waaqi silaa isaan hin balleessa jedheeraayyu; Muuseen inni filate sun ammoo, mufii isaa ta isaan balleessitu isaan irraa deebisiisaaf, odduu seenee fuula isaa dura dhaabbate.