Psalms 106:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaro ufii keesati hafe gungume, AABBO Waaqa ch'aqasu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daaseewwan ufii keessatti guunguman; laagaa Rabbii hin dhageenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dunkaanii ifii keessatti gungumane; Mootii Waan Maraatiifille hin ajajanne.