Psalms 106:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi inni worrati kakhate, harka olqabate waan jed'e; anini lafa gamooji tana keesati isani fit'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa gammoojji'ii keessatti isaan gatu'uuf harka ufii ol kaasee kakate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf inni harka ol fudhatee, goomolee keessatti akka isaan du'anu kakatee,