Psalms 106:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'aloota keesani gosa d'ibi keesati firfirsa, duuba worri lafa d'ibi keesati hobaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaa isaanii banii gara garaa jiddu'utti gatu'uuf; gara biyya gara garaa keessa isaan bittinneessu'uuf kakate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sanyiin isaanii gosa biyya adda addaa oddu'utti akka duutu, lafa mara keessa isaan bittinneesse.