Psalms 106:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Peoriti gumiini Waaqa wolti baate, waaqa d'ara ka Baali jed'ani kaani kad'ate, sorio waaqa lubbu inqamne baasani nyaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waaqa tolfamaa «Ba'aal phegoor» jedhamu waaqeffachu'utti gad taa'an; ciincaa worri du'ee ciincessan nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waaqa, «Ba'aal Phe'or» jedhamu waaqonfatiisaan qabamanee, ciincaa waaqota lubbuu hin qanneef dhikaatelle nyaatane.