Psalms 106:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana isaati ka d'uga tolche, seera isaa hojja ch'ufa guutu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri akka haxxi hin dabne eegan; worri hennaa maraa balchummaa raawwatan; worra eebbaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri haqa eegu, worri yennaa mara balchumma'aan huju ka gammade.