Psalms 106:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Finehasiini kae, worra woyake kaani hobaase, akanaani d'ukuba suni lafa keesaa baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Finhaas ka'ee wodhakkaa seene; balaan hin dhaabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fiinehaas ammoo ka'ee worra yakkaa huje adabee, balaan sun dhaabbate.