Psalms 106:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa waan inni tahe sunifi qaabatani d'uga iti heregani, haga jiru jireennale woma sunifi qaabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee dhalootaa haga dhalootaa; baraa haga bara baraa balchumma'atti isaa laakkayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni inni tolche sun dhalootaa haga dhalootaatitti, yennaa mara akka balchumma'aatitti isaaf laakkowatante.