Psalms 106:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla maddo Meribati worri AABBO Waaqa dallansiise, maro worraatifi Musaleeni gaargala keesa seene.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee bisaan Mariba'aa biratti Rabbiin aarsan; Muuseenillee sababa isaaniitiif rakkate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan Mariiba'aa biratti isaan Mootii Waan Maraa aarsane; sababa waan isaan hujaneetiif Muuseen rakkate.