Psalms 106:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri aka male garaa isa yake, duuba inni herega male dubbate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Hafuura Rabbii aarsaniif Muuseen jecha hin barbaachifne afaanii baafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka malee waan Muusee aarsaneeranuuf, inni dubbii dubbii hin teene dubbate.