Psalms 106:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gosa d'ibi, aka AABBO Waaqi worraani jed'e inhobaamne,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi isaan ajajetti banii balleessuu irraa lash jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka Mootiin Waan Maraa isaan ajajetti, isaan gosa biyya adda addaa hin balleessine.