Psalms 106:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo dubra worraa fuud'e, aada worra hamtu barate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Siri'ii bani'iin wolitti makaman; waan isaan aadeeffatan irraa baratan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo gosa biyya adda addaa woliin makamanee, aadaa isaanii baratane.