Psalms 106:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri akanaani huji ufiitini ufi t'ureese, waan ch'eera hamtu tahe Waaqati wollaale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii ufiitiin battaayan; hujii ufiitiin seebartoota ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasiin isaan hujii ifiitiin battowanee, akka gaarayyeeffattootaa Waaqaaf addatamummaa dhabane.