Psalms 106:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, hojja atini gumi tante eebiftu na qaabad'i; hojja atini worra baaftu nale inded'ini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! hennaa banii keetii gaachena qooddu na yaadadhu; hennaa isaan oolchitullee na gargaari.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, yennaa kolbaa teetiif waan dansaa gootu na qaabadhu; yennaa isaan baachu analle qarqaar.