Psalms 106:47 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa keenna, nu baasi, gosa keesati nu firfirsani keesaa nu deebisi, aka nu galata sii deebimne maqa kanke qulqullo faarsinu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi; Waaqa keenna! nu oolchi! maqaa kee woyyu'uuf akka galata dhiyeessinu; boona'aa akka ulfinna sii kenninu; banii jiddu'uu wolitti qabii nu fidi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti maqaa keeti woyyicha akka galateeffannuuf, si leellisiisaan akka ulfinna sii kenninuuf, ee Mootii Waan Maraa Waaqa keenna, ati nu baasi; gosa biyya adda addaa keessaa wolitti nu qabi.