Psalms 106:48 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa Israeli ha faarsani! Ammaafi hegerile ha faarsani! Nami ch'ufti ha Amini jed'u! AABBO Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi Israa'elii baraa haga bara baraa haa ulfaatu! baniin maruu «Amiin!» haa jedhuu; Halee luyaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii bara baraa haga bara baraa leellifamuu ti; kolbaan marti «Ameen» jettuu ti. Mootii Waan Maraa leellisa'a.