Psalms 106:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ababooti teenna gaafa lafa Misiri keesa jirtu, waan mama ka Waaqi tolche inhubanne; worri aka inni maro heddu jaalala isaa ta ind'umanne garsiise ded'e, Waaqa gudda galaana Diimati dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abboonni teenna hennaa Misiriin jiran; maalalee kee hin hubanne; guddinna jaalala keetii hin yaadanne; galaana laddatti; uduu galaana diimaa bira jiran si didan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbootiin teenna yennaa biyya Gibxi'ii jirtu, hujii teeti ta baasaa hin hubanne; gadhi-laafummaa teeti hin qaabanne; isaan abbaayaa diintuu biratti si irratti ka'ane.