Psalms 106:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni akuma qara kakhate kaani worra baase, akanaani jabeenna isaa gudda nama garsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo guddinna hunna isaa beessisu'uuf; maqaa ufiitiif isaan oolche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, Mootiin Waan Maraa hunna ifii jadduu mudhisiisaaf, maqaa ifiitiif jedhee isaan baase.