Psalms 106:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni galaana Diima yau d'owe gogose, gumi isaa lafa goddu ira taakisiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galaana diimaa hin xixe; innillee hin goge; akkuma lafa irra deemaniititti bisaan xiillaa wodhakkaa isaan masakke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni abbaayaa diintuu xixee, isiille godde; inni qilee keessa akka goomolee keessaa isaan sooresse.