Psalms 107:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa galata deebisa maro inni dansatiifi: jaalalti isaa haguma jirtu ind'umatu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Arjaa waan ta'eef Rabbiin galatoonfadhaa'a; jaalalli isaallee baraa haga bara baraa waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dansaa waan te'eef, inni haga bara baraa kolbaa waan jaalatuuf, isa galateeffadha'a.