Psalms 107:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gaargala dukana kaani keesaa worra baase, sansalata worraani hid'anile ch'ach'abse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dukkanaa fi gaaddidduu du'aa jalaa isaan baase; hidhaa isaanii hin kukkute.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dukkanaa fi dimma keessaa isaan baasee, wodaroo sibiilaa ta ittiin hidhamane kukkute.