Psalms 107:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dubbi ufiitini worra fayyise, boola duaa keesaa worra baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii ufii ergee isaan oolche; afaan boollaatii isaan deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni jecha ifii ergee isaan fayyise; du'iisa irraa isaan hambure.