Psalms 107:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri sorio baase galata isaa deebise, gammade, sirba keesa waan inni tolche ch'ufa himuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaa galataa haa dhiyeessaniifii; hujii isaa faaruu nama gammachiisuun ibsaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ciincaa galataa dhikeessanuu ti; faaruu gammadaatiin hujii isaa odeessanuu ti.