Psalms 107:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan AABBO Waaqi tolchufi waan mama ka inni baariini gubbati tolchu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti hujii Rabbii argan; hujii isaa ka maalale'ee bisaan xiillaa keessatti guuttatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan Mootiin Waan Maraa godhu, bilbaasa inni qilee abbaayaa gudditti'ii keessatti huju dhaggane.