Psalms 107:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gugufate, aka nama farso d'uge dadaaqe, ufi jibbaate waan tahuu d'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka nama machaayee lafti isaaniin marte; asii fi achi gatantaran; malli harkaa badee waan godhan dhaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka nama machowee loollowanee tintimane; waan godhanulle wollaalane.