Psalms 107:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani gaargala ufii keesati worri AABBO Waaqati bohe, inni gaargala suni keesaa worra baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa rakkatan Rabbitti iyyan; innillee rakkoo isaanii jalaa isaan baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan rakkinna ifii keessatti gara Mootii Waan Maraa iyyane; innille rakkinna isaanii keessaa isaan baase.