Psalms 107:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni harka nyaapa keesani keesaa isani baase. Lafa nyaapa keesa isani deebise ilaborutiifi ila adutii mirgaafi bitaa woltiini isani d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baya biiftu'uutii fi dhiya adu'uutii, kaabaa fi kibbaa namoonni inni biyya maraa wolitti qabe akkana haa dubbatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka inni lafa karaa aduun baatuu fi seentu irraa, kaabaa fi kibba irraa wolitti qabe, isa galateeffadha'a.