Psalms 107:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri guddinna isaa gumi keesati odeese, kora jaarole keesaleti isaa faarsuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumii bani'ii keessatti isa haa kabajjanii; gumii manguddootaa keessatti isa haa jajanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan wolde'a kolba'aa keessatti isa saadanuu ti; yaa'ii maanguddo'oo keessalle'etti isa leellisanuu ti.