Psalms 107:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni maro ch'ubbu worra achi tautiifi lafa biyye dansa garagalche, lafa aloo ta soodda ch'alla tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa hammeenna worra isii keessa jiraatuutiif; lafa daraaraa baaftu la sooqiddaa godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa worra hamoolee isii irra le'uutiif, lafa midhaan baachu, akka lafa booqee sooddaa ta midhaan hin baanyee godhe.