Psalms 107:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama beela qabu achi quubsise, jennaani worri dira iti galu jaarate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worra beelaye achi irra jiraachise; qachaa keessa jiraatan ijaaratan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worri beelowaan akka achi qubatanu godhe; isaanille qachaa keessa le'anu ijaarratane.