Psalms 107:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri oobru fach'aase, zabibu oobre, mid'aani guddo iraa mure galfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qonna isaaniititti hin facaafatan; woyinii dhaabatan; midhaan baay'ee galfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ficha'atti midhaan facaafatanee, muka woyni'ii dhaabbatane; midhaan bacaalle galfatane.