Psalms 107:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari lafa aloo, ta kara inqamne, keesa mare dira iti qubatu fulla wollaale,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gari gariin gammoojjii hamaa keessatti raantayan; karaa qachaa isaan keessa jiraatan geessu dhaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gariin goomolee duwwaa lafa womaa keessa hin jirre keessa daaqane; karaa gara qachaa keessa qubatanu isaan geessu irraa miliqane.