Psalms 107:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni worra worra dabse suni tufate, lafa aloo ta kara inqamne ke marse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qondaaltota akka tuffataman taasise; lafa gammoojji'ii ka bayaa galti isaa hin beekkamne keessa isaan raanteesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qondaaltotatti salphinna fidee, goomolee daandii hin qanne keessa akka daaqanu godhe.