Psalms 107:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni nama d'ipu qabu d'ipu suni keesaa baase, worra isaani daraarse, aka ree lafa ira dabarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkattoota ammo rakkoo keessaa harkisee isaan baase; maatii isaanii akka gobbuu hoolotaa baay'esse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo worra hiyyeeyyii farra keessaa baasee, maatii isaanii akka hoole'ee akka horanu godhe.