Psalms 107:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa qajeelani waan kana arginaani gammada, ammo nama ch'ubbuu ch'ufa afaani qabachiisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri garaa qajeela'aa kana arganii usheexxan; dabdi maruu afaan qabatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qajeelaan waan kana dhagganee gammadan; worri hamaan ammoo afaan ifii qabatan.